Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaa Matakkalti Shiftoonni Namoota 14 Ajjeesan: Biroo Nageenyaa Benishaangul Gumuz 


Naannoo Benishaangul Gumuz, godina Matakkal, aanaa Daanguritti, shiftootni namoota hin hidhatan 14 ajjeesan jechuun Biiroon Tasgabbii fi Ijaarsa Nagaa naannichaa beeksisee jira.

Namoota ajjeefaman keessaa tokko lammii biyya Chaayinaa tahuu hoogganaan biiroo sanaa Obbo Gaashuu Dugaas ibsanii jiru.

Shiftoota jedhaman keessaa 14 qaamolee naga-eegumsaa mootummaatiin kan ajjeefaman yoo tahu lama harka kennachuu isaanii Obbo Gaashuun Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himan.

Godinaa Matakkalti Shiftoonni Namoota 14 Ajjeesan: Biroo Nageenyaa Benishaangul Gumuz
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:54 0:00



Yaadawwan Ilaali (8)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG