Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaalee Oromiyaa Gama Lixaa Keessatti Tajaajilli Bilbilaa fi Interneetii Ammallee Guutummaatti Hin Deebine, Jedhama

Jiraattotni aanaalee Amuruu fi Jaardagaa Jaartee tokko tokko, daandii mijataa dhabuun rakkanne jechuun komatan(kuusaa suuraalee)

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:18 0:00

Godinaalee Wallaggaa hundatti tajaajilli bilbilaa fi Intarneetii eega addaan citee guyyaa shan tahe, jechuun jiraattota keessaa hagi tokko komataa jiru.

Tajaajilli intarneetii magaalaa Amboo irraa cite guyyaa sadii booda deebi’us, tajaajilli interneetii ka bilbilaan kennamu haga ammaallee akka hin dhufiin dubbatu jiraattonni.

Waajjiraaleen Itiyoo-Telekom Amboo fi Naqamtee jiran, tajaajilichi maaliif akka addaan cite hin beeknu, jedhu.

Itiyoo-Telekoom rakkoo uumamee kana ilaalchisee akka ibsa baasuuf deemu dubbatee jira

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG