Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guddina Afaan Oromoof Gumaachuufan Kitaaba Kana Barreesse


kitaabni hog-barruu Afaan Oromoo Mata dureen isaa “barii barraaqaa” jedhu maxxanfamuun gabaa irra oolee jira.

Kitaaba kuusaa walaloolee of keessaa qabu kana kan barreessan Obbo Faantaahun Taarrakeny.

Ijoollummaa kootii qabee fedhii fi kennaa waa barreessuu waanan qabuuf guddina Afan Oromoo yoo gumaache jechuunan Kitaaa koo duraa kana maxxanse jedhan Obbo Faantaahun.
Gara fuula duraattis kitaabota Afaan Oromoon baasuuf akeeka kan qaban obbo Faantaahun Uummati koo aadaa waa dubbisuu akka horatu dhaamsa koo ti jedhan. Gaaffii fi deebii MP3 tuquun dhaggeeffadhaa.

XS
SM
MD
LG