Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gareen “ABO Shanee” Ittiin Jedhan Gujii Lixaa Keessatti Namoota 3 Ajjeesan, Jedhu Aangawoonni Halellicharraa Hafuu Isaanii Himan  


FAAYILII - Magaala Shakkisoo, Gujii
FAAYILII - Magaala Shakkisoo, Gujii

Naannoo kibbaa magaalaa Diillaa kutanii gara aanaa addaa Ammaarootti kanneen deemaa turan konkolaataa fe’umsaa irratti dhukaasa banameen namoonni sadii ajjeefaman, afur ammoo akka hamaatti madaa’an, jechuudhaan aangawoonni naannoo haleellaa sana irraa ooluu isaanii dubbatan VOAf ibsaniiru.

Godina Gujii haleellaan sun keessatti raaw’atametti bulchaan aanaa Galaanaa gama isaatiin haleellaa sana kan raawwatan “ABO Shane” kanneen ittiin jedhan garee riphee-loltootaa akka tahetti dubbahuun, “gareen kun haleellaa bal’aa raawwataa jiruun gandeen aanaa sanaa to’atee jira,” jedhee deggersa naannoo fi kan Federaalaa eeggataa kan eeggataa jiran tahuullee beeksisan. Dubbi-himaan garee “Waraana Bilisummaa Oromoo” immoo, fuula Tiwiiterii isaanii ibsa baasaniin, “Gujii keessatti mootummaa tu gochaa yakkaa uummata irratti araaw’atee WBOtti quba qabaa jira,” jedhe.

Gareen “ABO Shanee” Ittiin Jedhan Gujii Lixaa Keessatti Namoota 3 Ajjeesan, Jedhu Aangawoonni Halellicharraa Hafuu Isaanii Himan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:45 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG