Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gumiin Tokkummaa Abboota Gadaa ABO fi ODP Araarsuutti Milkaahe


ABO fi ODPn yawalii galan

Abbootiin Gadaa faluma falanii ABO fi ODP walii galchan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:40 0:00

Gumiin Tokkumaa Aboota Gadaa Oromoo marii araaraa Kibxata, Amajjii 22, bara 2019 Adda Bilisummaa Oromoo fi Paartii Dimookiraatawa Oromoo gidduutti geggeessuun milkaa’inaan ABO fi ODP gidduutti gaggessee mikaa’inaan xumuramee jira.

Gumiin Abbootii Gadaa Oromoo qoruma qoree ABO fi ODP walii galche
Gumiin Abbootii Gadaa Oromoo qoruma qoree ABO fi ODP walii galche

​Marii kana irratti dhaabonni lamaan, wal-loluu dhaabanii, akka waliigaltee isaanii duraaniitti nagaa buusuu irratti hojjechuuuf waliigalanii jiran.

ABO fi ODPn walii galan
ABO fi ODPn walii galan

Waliigaltee dhaabota lameen giduu hojii irra oolchuufis koreen Abboota Gadaa fi Haadhota Siiqqee, hayyootaa fi bakka-bu’oota dhaabota lameenii of keessaa qabuu fi waliigalatti miseensota 71 hammate hundeessamee jira.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG