Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guutuu Itoophiyaatti ayyaanni Moolidaa kabajamaa oole


Guutuu Itoophiyaatti ayyaanni Moolidaa kabajamaa oole
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:10 0:00

Kabaja ayyaana dhalata Nabiyyuu Mohammad magaalaa Finfinnee Masjiida Anuwaar guddichatti kabajamerratti kan argaman pirezdaantiin mana maree dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiriis hordoftoota amantaa Islaamaatiif dhaamsa baga nagaan geessanii dabarsanii jiran.

Hoogganaan biiroo bulchiinsa fi nageenya magaalaa Finfinnee Dr.Qana'aa Yaadataas hordoftoonni amantaa Islaamaa fakkeenyummaa Nabiyyuu Mohammad faana dhahuu qabu, jechuun dhaamsa dabarsan.

Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG