Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haalli siyaasa biyyaatti lammiiwwan Ameerikaa addaan fageessuus, Guyyaan Walabummaa harra kabajamaa jiru garuu tokkummaan akka caalu agarsiisaa jira


Haalli siyaasa biyyaatti lammiiwwan Ameerikaa addaan fageessuus, Guyyaan Walabummaa harra kabajamaa jiru garuu tokkummaan akka caalu agarsiisaa jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:37 0:00
Xurree marsariitii

Ameerikaanonni waggaa waggaatti gaafa Adoolessa afurii guyyaa walabummaa yokaan “Independence Day” jechuudhaan ayyaaneffatu. Ayyaana waggaa biyyoolessaa waan ta’eef, guyyaa kana namoonni hojii irraa boqonnaa argatu. Bakkawwan hedduutti ayyaaneffannaa uummataa tu geggeessama. Halkan immoo xaaxee ibiddaa “Firework” jedhamu tu samii guuta. Raadiyoo Sagalee Ameerikaa irraa – Araash Arab-asadii, namoota ayyaaneffannaaf as Waashington DC – dirree mana-maree Yunaayitid Isteets fuul-duratti walga’an keessaa haga tokko haasofsiisee jira. Tigist Gammee tu dhiheessa.

XS
SM
MD
LG