Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haalli Libiyaa Keessaa Baqattootaaf Daran Hamaa Dha


Baqattoonni biyyoota adda addaa kanneen Libiyaa keessa jiraataa turan wal waraansa biyyattii keessatti gaggeeffammu irraa kan ka’e karaa ba’an dhabanii rakkataa akka jiran dubbatu.



carraa xiqqoo jirtuun gara biyyoota ollaatti ba’uuf kanneen yaalan hangi tokko reebiicha saamiinsaa fi kanneen biroof saaxilamuu isaanii ibsu.

Kanneen gara biyya xaaliyaaniitti ba’uuf danda’an keessaa tokko akka ibseetti haallii Libiyaa keessaa amma iyyuu baqattootaaf akkaan rakkisaa dha. Achuma Libiyaa keessa turuus ta’e ba’uuf yaaluu keessaa filuuf rakkisaa ta’u dubbata.

MP3 tuquun guutuummaatti dhaggefadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG