Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haaromsi Masaraa Mootii Abbaa Jifaar Adda Cituu

Haaromsi Masaraa Mootii Abbaa Jifaar Adda Cituu
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:09 0:00

Haaromsi Masaraa Mootii Abbaa Jifaar Adda Cituu

Haaromsi masaraa mootii Abbaa Jifaar Jimmaa kan gaggeeffamaa ture ammas adda cituun himamee jira. Waajjirri Aadaa fi Tuurizimii magaalaa Jimmaa, haaromsi taasifamaa ture kun adda citeef, haaromsi qorannoorratti hundaaye akka gaggeeffamuuf ta’uu beeksisee jira.

Qorannoon xumurame jedhames qabiyyee masarichaa bakkatti kan deebisu jedhamus ammas daawwattoonni masarichaa eegumsi dabalataa isa barbaachisaa jedhu.

Forum

XS
SM
MD
LG