Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haati Ijoollee Lakkuu Abbaa Manaa Ishee Waraansa Tigiraay Keessaa Irratti Dhabde, Furmaatni Araara Jetti


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Helen Masfin jedhamti, umuriin ishee 26 tahuu dubbatti. Naannoo Tigraay keessatti, magaalaa Addigiraatitti dhalachuu kan himattu Helen yeroo ammaa garuu, naannoo Amaaraa, magaalaa Goondar keessa jiraatti.

Wal-waraansa humnoota Mootummaa Itoophiyaafi humnoota Adda Bilisummaa uummata Tigraay, ABUT, “Humna Ittisaa Tigraay” ofiin jedhu jidduutti deemsisameen abbaa warraa ishee kan ijoollee lakkuu lama waliin horan dhabuu ishee dubbatti.

“Yoo walii keenya eegne malee eenyullee nu eeguu hin danda’u” dubartiin jettu kun, qaamoleen hundinuu nagaa Itoophiyaa deebisuuf tumsuu qabu,” jechuun dhaamsa dabarsite.

Haati Ijoollee Lakkuu Abbaa Manaa Ishee Waraansa Tigiraay Keessaa Irratti Dhabde, Furmaatni Araara Jetti
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:14 0:00


XS
SM
MD
LG