Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiileen Itiyoophiyaa fi Ertiraa Biyyoota Alaa Keessatti Hiriira Mormii Bahan


Lammiileen Itiyoophiyaa fi Ertiraa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:32 0:00

“Yunaayitid Isteetis akka malee waraansa Itiyoophiyaa keessa harka galfattee jirti. Loogdummaa agarsiistee jirti,” kanneen jedhanii fi miidiyaaleen addunyaa dhimma Itiyoophiyaa ilaalchisee “oduu dharaa tamsaasuu dhaabaa” kanneen jedhan lammiileen Itiyoophiyaa fi Eertiraa magaalaalee biyyoottan alaa digdamii toorba keessatti guyyaa kaleessaa hiriira bahanii jiran. Himannaalee fi balaaleffannaalee hiriirtonni dhiheessan kana, aangawoon Yunaayitid Isteetis duraan yeroo adda addaatti “dhara” jechuun haalanii turan. Gabaasaa guutuu caqasaa.

XS
SM
MD
LG