Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hidha Laga Abbayyaaf Maallaqnii Kenname Ibsame


(Suuraa faayilii)

Waggootii darban 10 keessatti ijaarsa laga Abbayyaaf lammiwwan Itiyoophiyyaa fi hidda dhalata Itiyoophiyaa kanneen biyya alaa keessa jiraatan irraa Doolaarrii Biliiyoona 1 fi miliyoona 200 fi miliyoona 60 galii ta’u manni marii wal taasiftuun ijaarsa hidha laga abbayyaa maqaa dhahuun tajaajiilli oduu Itiyoophiyaa gabaasee jira.

Ijaarsii hidha kanaa eega jalqabamee waggaa 10 lakkobsisuu isaa ibsuun biyya keessaa fi alaa hanga Haagayya bara 2013tti qarshiin Biliyoona 15 fi miliyoona 900 fi miliyoona 31 walitti qabamuu ibse.

Trbaayiniin hidha kanaa lama baatilee dhiyeenya kanaa keessa human eleektrikaa maddisiisuu kan jalqabuu ta’u gabaasee jira.

Yaadawwan Ilaali (4)

XS
SM
MD
LG