Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriirii paartiin Sochii Biyyoolessa Amaraatiin Finfinnee fi Naannoo Amaaraatti yaaman yahanqate


አብን
አብን

Akka bulchootii paartii tanaa jedhanitti hiriirii kun ka silaa naannoo Amaaraatii fi Finfinneetti ummatii yaada ufii karumaa nagaatiin himachuuf yaaman.

Hirii kun akka ibsa paartii tanaatti ijjeechaa Saba Amaaraa naannoo ummata kibbaa Gurra Fardaa keessaa fi fulaa dhibiilleetti irra gahu jedhan falmuuf jedhee VOAtti hime oduu himaan paartii tanaa Xaahir Mohaammad.

Hiriira nagaa kana onkoloolessa 18 Amhaaraa magaallan akka akkaatiif fi onkoloolessa 22 ammoo Finfinneetti yaaman jedha.

Ibsa hardhaa irratti akkuma bulchootii paartii tanaa waan hiriirii hafeef gaazexeessitotatti himuutti jiruu poolisiin Finfinnee waajrii isaaniitti marsee gaazexeessitotallee dallaa seenuu dhowwe jedhu.

Waan himata kanaa komishiinii poolisii Finfinnee irraa qulqulleeffachuuf jennaan hin taane jette jette Tsehaay Daamxoo oduu Finfinnee ergiteen.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG