Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hogganoota KFO 22 Qilinxootti Hidhamanii Turan Keessaa  17 Qofatu Mana Murtiitti Mul'ate. Kanneen Hafan Keessaa Cimsaa Abdiisa Essa Akka Jiru Hin Beekamu


Obboo Beqqelee Garbaa I/A/IG KFO
Obboo Beqqelee Garbaa I/A/IG KFO

Manni hidhaa Qilinxoo erga gubatee as yeroo duraatii han mana muritiitti dhihaatan miseensonni paartii Koongiresii Federaalawaa oromoo fedhii isaanii malee, dirqiidhaan gara mana murtii geeffamuu saanii ibsanii jiru.

Dhaddachii akkuma ta'een himatamtoota keessaa Galaana nagaraa, Cimsaa Abdiisaa, Darajee Margaa, Gammachuu Shaanqoo fi Magarsaa Asfaaw warra dhihaate keessa akka hin jire manni murtichaa hubatee, maalif akka ta'ee gaafii gaafateef debiin poolisiin kenne “ Afur mana hidhaa adda addaa waan jiraanifii tokko garuu ( Cimsaa Abdiisaa) bakka jiru hin beeknnu,” han jedhu.

Mannii murtichaas beellama itti aanutti hundii isaanii, hidhamtoota shanaan hara hafan dabalatee, bellama itti aanuuf akka dhihaatan itti gafatamtoota mana hidhaatii ajeja dabarsee jira.

Gabaasa guutuu caqasaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG