Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hojii Tola-ooltummaa Harka Qulqulleessuu fi Hubannoo Vaayrasii Koronaa Kennuu Ambotti Deemsisamaa jiru

Oromia map
Oromia map

FURTUU,waldaa gargaarsa Ambootti ummata waahee COVID- irratti ofi eegannoon gargaaru
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:48 0:00


Waldaa Tola-ooltummaa “Furtuu ammas akak ummatii COVID-19 irraa ufi eegu gargaaruutti jira jedha.

Gargaarsa kana Ambootti itti jira;harka dhiqachiisuu fi hubannoo kennuun akka tajaajilaa jiru dubbatu miseensotni waldichaa.

Naakoor Malkaatu Dargaggoota magaalaa Amboo ganda Yaa’ii Gadaa jiraatan dubbisuun gabaase.

This item is part of
XS
SM
MD
LG