Barnoota Herregaa barsiisuu keessatti waggoota 37 xumuranii 38ffaa keessa akka jiran kan dubbatan Barsiisaa Abeel Bulchaa Godiina Iluu Abba Borii fi Wallaggaa bahaa keessa barsisaa akka turan dubbatu.
Hojiin barsiisuu dhimma barsiisaaf dhiifamuu qofa otoo hin taanee kan maatii fi hawaasaan deggeramuu qabu jedhan.ttonni isaanii kan bara dheeraa yeroo ammaa ooguuma sadarkaa olaanaa irratti bobba’anii arguu caalaa kan na gammachiisu hin jiru jedhan.
Barattonni isaaniis barnoota argatanii ittiin milka’an kanaaf jecha dhiyeenya kana baasii qarshii 750,000.00 (Kuma shibba torbaa fi kuma shantamaan) kokolaataa bitanii kennaniif.
Barsiisaa Abeel Bulchaa yeroo ammaa mana barumsaa dhunfaa kan Finfinnee keessaa barsisaa akka jiran dubbatu.
Gaaffii fi Deebii Guutuu Caqasaa.