Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hojiin Mootummoota Abbootii Irree Wal Fakkaata


Tunisiyaa fi masrii keessatti mootummoota aangoo irraa darbee yeroo ammaa Libiyaa fi biyyoota adda addaa keessatti mul’ataa kan jiru mormiin uummata itti fufee jira.

Warraaqsa biyya adda addaa keessatti uummati gaggeessaa jiru kunis hanaga wareegama lubbuutti gaafataa jira.

Gama kaaniin mootummonnis gaaffii uummataa ukkaamsuuf jecha tarkaanfiin fudhatan jabaataa deeme.Garu tarkaanfiin fudhatamu kun gaaffii uummataa boodatti deebisuu akka hin dandeenye muxannoo biyyoota adda addaa irra mul'ataa jira.

Kana ilaalchisee xiinxalala prezidaantiin barattoota yunivarsitiwwan Itiyoophiyaa duraanii dargaggoo Hundee Dhugaasaa Beljiyam irraa nu kenne MP3 tuquun dhaggefadhaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG