Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganaan KFO Dajanee Xaafaa Vaayirasii Koronaan Qabamuun Himame


Obboo Dajanee Xaafaa

Hoogganoota ol’aanoo Koongiresa Federaalawa Oromoo keessaa tokko ka tahan Obbbo Dajanee xaayaa torban lama dura humnoota nageenyaa mootummaatiin kan qabamanii hidhaman yoo tahu yeroo ammaa vaayiraasii Koroonaatiin qabamanii Hospitaala akka jiran beekamee jira. Maatiin isaa fi abukaatoon isaa haala qabinsa isaa irratti yaaddoo qaban.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Hoogganaan KFO Dajanee Xaafaa Vaayirasii Koronaan Qabamuun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:16 0:00



Yaadawwan Ilaali (13)

XS
SM
MD
LG