Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganoota ABO Mana-hidhaatti Laguu Nyaataarra Turan Keessaan Kanneen Dhukkubsatan Jiraachuun Himame 


FAAYILII - Hoggantoonni ABO ibsa yeroo kennan
FAAYILII - Hoggantoonni ABO ibsa yeroo kennan

Miseensonii Hoggansa Adda Bilisummaa Oromoo Obbo Daawud Ibsaatiin hogganamuu kanneen mana hidhaa keessa jiran, ‘Haqa nuuf maluu hin argganne’ jechuudhaan mormii midhaan lagannaa irra turan.

Amma laguu sana kan dhaaban tahus yeroo laguu irra turanitti midhaa qaamaa irra gaheen hoogganoota kana keessaa kanneen dhukubsatan jiraachuu waajjiri Poolisii Magaalaa Buraayuu ibsee jira.

Hidhamtonni kun akka laguu nyaataa dhaaban namoottan kadhachaa turan keessaa Dura taa’aan waldaa Maccaa fi Tuulamaa Obbo Dirribii Damisee Sagalee Ameerkaaf yaada kennaniiru.

Hoogganoota ABO Mana-hidhaatti Laguu Nyaataarra Turan Keessaan Kanneen Dhukkubsatan Jiraachuun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:01 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG