Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hooggantuun Hoong Koong Chaayinaa Waliin Mariin Akka Geggeessamu Gaafatan


Hooggantuu Hoong Koong Keerii Laam
Hooggantuu Hoong Koong Keerii Laam

Hooggantuun Hong Koong Keerii Laam mootummaan isaanii seera yakkamtoota biyya ishee yakka ilaalchaaf gara Chaayinaatti erguu jedhu hambisuuf sochii godhu Chaayinaan ni hubatti, ni kabajji, ni deggertis jedhan.

Laam tuuta oduuf ibsa kennaniin qiyyaafati barbaachisaan yeroo ammaa hiriira mormii hookkaraan guutame dhaabsisuu fi nageenya Hoong Koong bakkatti deebisuu dha jedhan.Kanneen mormii kana irratti hirmaatan hookkarri ka’e magaalattii fi jireenya guyyoo lammiiwwanii ni hubatu jedheen abdadha jedhan.

Hiriirtonni mormii jalqaba baatii Waxabajjii keessa daandiitti kan ba’an seerri sun akka hafu gaafachuuf ture.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG