Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hookkara Yunivarsitiilee Keessatti Uumamee Tureen Barattoonni Baqatanii Galan Hedduun Deebi’uu Akka Hin Feene Dubbatu


Rakkoo nageenyaa kan dhabbilee barnoota Olaanoo keessatti mudataa tureen walqabatee barattonii heddun baruumsa addan kutuun isaani ibsame. Ministeerri Saayinsii fi dhabbilee barnoota Olaanoo rakko ture furuuf fala kennee nageenyi bu'aa jira jedhus/ barattotaa fi maatin barattotaa wabii nageenyaaf akka sodaa qaban VOAtti himanii jiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:59 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG