Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hookkara Zoonii Jimmaa Keesatti Ka’een Namoonni Qe’ee Irraa Godaanan



Xalayaan waldaa kiristaana Makaanayasuusif katabame tokko akka muul'isuutti hokkara walakeessa torban darbe zoonii Jimmaa magaalaa Asandaaboo keessatti ka’een kiddowwan adda addaa ja’a keessaa namoonni buqa'aan kummi sadii fi afurtamii ja’a walitti qabamaniru.

Akka xalayichi mirkaneessutti kanneen keessaa namoonni dhibba ja’aa fi sagal itti gaafatamtoota warra maati ti. Keessumattu iddoo Aakkuu jedhamutti kan walitti qabaman namoonni kuma lamaa fi digdamii sagal yeroof waan keessa dahatan waan hinqabaaneef balaa caaluuf akka hin saaxilamne ibsuu dhaan ammas yoo ta'e belaaf dhukubaan gidiramuutti jiru jedhamera. Gar gaarsii hatatamaa akka isaan dhaqqabus xalayichi ibsee jira.

Gabaasa guutuu MP3 tuquun dhaggeeffadhaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG