Xurree ittiin seenan

Breaking News

HRW:Riyaad Sawuditti nama biyya alaa hujii dhufe walti qabanii rakkina hamaa irraan gahuutti jiran dhibba hedduun nama Itoophiyaatti


(File)Ethiopia migrants in Jazan detention center, Saudi Arabia. This picture is screenshot during an interview via telegram
(File)Ethiopia migrants in Jazan detention center, Saudi Arabia. This picture is screenshot during an interview via telegram

Sawudii biyya addunyaa keessaa durummaan beekanitti nama biyya alaa hedduutti hujiif itti yaa’a.

Akka gabaasii Human Rights Watch jedhetti biyya tanatti nama hedduu walti guuranii rakkisuutti jiran.Laftii nama walti qaban tun lafa jireenna namaatii hin taane akka malee hamtuuti.

Akka HRW ibsa baaseen jedhettinama rakkoo akkanaa keessa jiru hargii guddaan Itoophiyaa.Mana diqqaa keessatti nama akka malee walti gobbisanii walti qabanii achitti tursan.

Waardiyaan jara sun eegdu ammoo akka gabaasa HRW baasetti ammo abbaa fedhe laastikii sibiilaatiin dhaanee waan fedhe tolchaa yoo akkama diqqaatte Onkololeessaa fi sadaasaa keessaa akka jecha HRWti nama sadiitit tnaaan lubbuu dhabe.

Sawudiin koronaa keessa akkana haga ji’a tokkoo akkas nama hidhuun,waltu guurtuun waan tahuu qabaatii miti jedhe HRW.

Akka jecha qorattuu mirga namaa HRW,Nadia Hardmanitti wanti jarii walti guuraan keessa jiruu fi akkaataan namii achitti ijjeefamu waan mataa nama dhukkubsaati.HRW akka Sawudiin jara walitti guurte,akka lubbuu jiran ariitiing adi dhiiftu gaafate.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG