Xurree ittiin seenan

Marii Dargaggeessa Qaroo, Kennaa Addaa Qabu Wajjin


Hundee Eebbaa foormulaa Herreegaa haaraa qindeessuudhan milk'aa jira. Kana malees, barataan Yunversiitii Finfinneerraa bara dhufu Injineriingiidhan eebbifamuudhaa deemu kun waan ammayyaa baayyee uumuudhan beekkamaa jira. Amma ammaatti Roobootii, Maashinii (Arbii) wahaa dhahu, Modeelii konkoaataa, fi waan ajaa'iba hedduu uumeera. Gaafii fi Deebii Godhame Dhaggeeffadha.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG