Xurree ittiin seenan

Breaking News

Intalti Siinqee Hin Qabne Intala Seera Hin Qabne


Durbi gaafa heeruumtu siqqeen maatii isheen qophaa'eetu kennamaaf kan jedhan ogeettiin aadaa aaddee Baanguu Qawweetti dubrtii irra midhamni yoo ga'uus dubartonni naannoo jiran siiqqee isaanii qabatanii iddo tokkotti wal ga'uun iyyannaa isaanii dhagesisu jedhan.

Roobnii yoo dhibees dubartonni siinqee kana qabatanii ba'uun waaqa yoo kadhatan ni rooba kan jedhan aaddee Baanguun dubartiin yeroo duutuus siinqee fi boraatii ishee cabsu jedhan.

Aaddee Baanguun biyya keessaa fi biyya alaa keessa adeemuun waa'ee aadaa siiqqee barsiuun beekamu. Guutummaa gaaffii fi deebii kanaa MP3 tuquun dhaggefadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG