WASHINGTON, DC —
Bishooftuu: Irreeca bara 2017
Bakka Irreechi bara kanaa itti geggeeffame Bishooftuu fi naannawaa isheetti bilbiluu dhaan namoota itti hirmaatanii deebi’aa jiran haasofsiisnee jirra. Waan isaan Jedhan dhaggeeffadhaa.