Xurree ittiin seenan

Breaking News

Israa'el Maadhee Koo Waraanaa Haleelte Jetti Siiriyaan


Suuraan Rooyters kun aara buufata xiyyaara waraanaa Damaaskaas biratti mullate agarsiisa, Amajii 13, 2017
Suuraan Rooyters kun aara buufata xiyyaara waraanaa Damaaskaas biratti mullate agarsiisa, Amajii 13, 2017

Israael maadhee waraana Siiriyaa Damascus cina jiru samii irraan haleelte jechuu dhaan waraanni siiriyaa himatee jira.

Ibsa baaseen waraanichi Israel gareelee shororkeessota Syria keessaa haleellaa boombii akka raawwatan gargaarte jechuun himate.

Sabaa himaan mootummaa akka gabaasetti haleellaan sun laga Teberias kan Israel gama kaabaa irraa ti jedhee jira.

Buufati xayyaara Siiriyaa maadhee naannoo Ripxe loltootaa kan Damascus keessaatti irratti rookkeettii furguggisan ta’uun tajaajila.

XS
SM
MD
LG