Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Oomisha Qamadii ol Kaasuuf Qonnaan Jal’isiin Jalqabame  


Itiyoophiyaa Keessatti Oomisha Qamadii ol Kaasuuf Qonnaan Jal’isii Jalqabame  
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:44 0:00

Misooma.mp4

Ministarri Qonnaa Itiyoophiyaa oomisha qamadii biyyaa ol kaasuuf hojii qonna jallisii jalqabuu isaa beeksise. Diirektarri Qunnamtii Ummataa Ministirii ra Qonnaa Itiyoophiyaa Obbo Abarraa Lemmaa hojiin kun ganna sadii dura naannoo gammoojjiitti akka jalqabe himanii “amma garuu ooyiruu qonnaan bultootaa irratti hojiirra oolfamaa jira,” jedhan. Bara kanas qamadiin hektaara kum dhibba afurii ol facahuu dubbatanii jiru.

XS
SM
MD
LG