Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Kittaannaan Shamarranii Hambisuuf Carraaqqiin Ta’u Haga Karoorfame Hin Milkoofne:Angawaa


Kittaannaan shamarran irratti gaggeeffamu dhiittaa mirga namoomaa fi midhaa yaada sammuu geesisuun isaa qormaata ta’u ibsamee jira.Kittaannaan amantii fi aadaa waliin hidhata qabaachuun lakkofsii shamarran kittaannamanii akka gad hin buune ittise jedhamee jira.

Kittaannaa hambisuuf sochiin sadarkaa guutuu biyyaatti gaggeeffamaa jiruun hawaasa kittaannaa shamarranii obsaan hin ilaallee uumna kaayyoo jedhu qaba.

Ministeera waajiira Dubartootaa, Da’immanii fi Dargaggotaa kan ta’an aaddee Yaalam Xaggaayee akka jedhanti Itiyoophiyaa Keessatti Kittaannaan shamarranii hambisuuf carraaqqiin ta’u haga karoorfame hin milkoofne. Mata duree kana irratti magaalaa Hawaasaa keessatti walgahiin guyyaa lamaaf gaggeeffame irratti hogganoota Gosaa maanguddoota biyyaa abbotii amantii akkasumas qaamoleen murtii kanneen kanneen bulchiinsa naannoo adda addaa irraa dhufan hirmaatanii jiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG