Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaan Talaalii Koovid-19 Marsaa Lammataa Kennuuf Qophaa'uu Beeksiste


Ministeerii Eegumsa Fayyaa Itoophiyaa, Dr Liyaa Taaddasaa
Ministeerii Eegumsa Fayyaa Itoophiyaa, Dr Liyaa Taaddasaa

Itoophiyaan talaalii marsaa 2ffaa kan Koovid 19 booru magaalaa Finfinneetti, Adoolessa 9 bara 2013 ammoo naannoolee hundatti kennuuf qophii ta'uu ishee beeksistee jirti.

Lammillee haala hojii isaaniitiin vaayirasii kanaaf saaxilamoo ta'an, konkolaachistoota konkolaataa ummata deddeebisan, barsiistota, ogeessota miidiyaa, hojjettoota bankii fi kanneen biroon marsaa duraatti talaalicha akka fudhatan Ministarri Fayyaa Itiyoophiyaa Dr.Liyaa Taaddasaa ibsa har’a gaazexeessitootaaf kennaniin ibsanii jiru.

Itiyoophiyaan Talaalii Koovid-19 Marsaa Lammataa Kennuuf Qophaa'uu Beeksiste
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:05 0:00


XS
SM
MD
LG