Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mohammed Deeksisoo Hiikame


Moohaammed Deeksisoo(suuraa faayilii)
Moohaammed Deeksisoo(suuraa faayilii)

Hidhaa ji’ootaniin booda kan hiikame, Mahammad Deksiisoo sagantaa eebba barattoota Yuunivarsiitii Jimmaa irratti “Haqni Haacaaluu Hundeessaatif. Jawaar Mahhamad hidhaadhaa haa hiikamu,“ jechuun eega sagalee dhagessisee booda hdhamee dhimma isaa kan mana murtii hordofuun gabaasaan turuun keenya ni yaadatama.

Mahhamad Deksiisoo yeroo lamaaf mana murtii aanaa magaalaa Jimmaatin mirgi wabii eegameefii akka gad-lakkisamu eega ajajamee booda ajajichi mana murtii otuu hin raawwatamiin hafee humna addaa Oromiyaatin fudhatamee gara Finfinnee geessamuun Finfinnee, Galaan fi Awaash Malkaasaatti hidhamaa akka turee fi Adoolessa 3 bara 2013 hidhaadhaa akka hiikame dubbatan – Abukaatoon isaa.

Mohammed Deeksisoo Hiikame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:47 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG