Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaatti Carraaqqiin Koovid 19 Of Irraa Ittisuuf Godhamu Xiqqaadha, Jedhame


Itiyoophiyaatti carraaqqii hawaasni Covid 19 ofirraa ittisuuf taasisu xiqqaadha, jechuun Ministariin Fayyaa Itoophiyaa, har’a ibsa kennee jira.

Ministarichi akka ifoomsetti ji'oota jahan darban irratti qorannoo taasisameen Covid 19 ofirraa ittisuuf kaka'umsi hawaasni qabu gad aanaa tahuun beekamee jira.

Keessumaa manneen barnootaa keessatti ofirraa ittisuuf lakkoobsi namoota haguuggii afaanii fi funyaanii kaa’atanii gadi bu'eera jedha ministerichi.

Itiyoophiyaatti Carraaqqiin Koovid 19 Of Irraa Ittisuuf Godhamu Xiqqaadha, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:56 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

XS
SM
MD
LG