Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaatti Lakkoobsi Namoota Vayirasii Koranaan Du'anii Dhibbantaa 20n Dabale 


Faayilii - Ministeera Eegumsa Fayyaa, Dr Liyaa Taaddasaa
Faayilii - Ministeera Eegumsa Fayyaa, Dr Liyaa Taaddasaa

Itoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayirasii koronaatiin du'aa jiran guyyoota kurnan darbanitti dhibbantaa 20 dabaluu ministeerri fayyaa beeksisee jira.

Namoonni vaayiraasii kanaan qabamanis guyyoota 10 qofa keessatti 12,000 ol ta'uu ibse, ministarichi. Gama birattin talaalliin COVID-19 kennamaa jiru itti fufera.Talallin Astiraazeniika jedhamu kan Itoophiyaan tibbanaa oggeyyi fayyaaf kennaa jirtu biyyootni Addunyaa hedduun dhiiga kantarsa jechuun kennuu dhaaban, odeeffannoo jedhu wal-qabatee ebbaa dubbatan, rakkoo yoo qabaate ni hordofna, jedhan, Ministarittiin Fayyaa, Doktor Liyaa Taaddasa.

Itiyoophiyaatti Lakkoobsi Namoota Vayirasii Koranaan Du'anii Dhibbantaa 20n Dabale
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:42 0:00


XS
SM
MD
LG