Xurree ittiin seenan

Breaking News

Korri Maqaa ABOtiin Gidduu Kana Finfinnee Keessatti Geggeessame Kan Seeraa Alaati, Jedha Paartichi   


ABO'n bitooteessa 4 bara 2013 korri sabaa garee Obbo Araarsoo Biqilaatiin hoogganamuun gaggeeffame beekamtii dhaabbichaatiinn ala, jechuun beeksiseera.

Walga’icha kan gaggeesse gareen obbo Araarsoo Biqilaan durfamu ammoo kara kana gaggeessun keenya sirrii dha jechuun ibseera. Dhimma kana irratti Koomishina Poolsii Finfinnee irraa ibsa dabalataa argannee jirraa.

Boordii filannoo biyyoolessaa irraa ibsa argachuuf carraaqqiin goone immoo har'aaf hin milkoofne.

Korri Maqaa ABOtiin Gidduu Kana Finfinnee Keessatti Geggeessame Kan Seeraa Alaati, Jedha Paartichi
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:53 0:00


XS
SM
MD
LG