Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koronaaf jecha Itiyoophiyaatti Maaskii ykn aguuggii fuulaa keeyyachuun dirqama:Ministera Fayyaa


FILE - A woman who trades in fabrics, and her child, wears face masks as preventive measure against the COVID-19 coronavirus, in her shop inside Lilongwe City market in Lilongwe on May 18, 2020.
FILE - A woman who trades in fabrics, and her child, wears face masks as preventive measure against the COVID-19 coronavirus, in her shop inside Lilongwe City market in Lilongwe on May 18, 2020.

Itoophiyaatti vaayireessii koronaa ittisuuf maaskii keeyyachuun dirqama:ministera fayyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:30 0:00


"Akka isin tajaajilluuf haguuggii afaanii fi funyaanii godhadha" sagantaa jedhuun sadarkaa biyyaatti sosochiin COVID-19 of irraa ittisuu Ministeera Fayyaa Itoophiyaatiin jalqabamee jira.

Sagantaa kana irratti Ministarri Fayyaa Itoophiyaa Dr.Liyaa Taaddasa sadarkaan COVID 19 irra jiru yaaddessaa ta'uu ibsan.

Akka biyyaatti ennaa ilaalamu tatamsa'inni vaayirasichaa magaalaa Finfinneetti akka hammaates kan himame yoo tahu namoota dhiibee kanaan qabamaan keessaa dhibba irraa harki 57 jiraattota magaalattii ta'uun tahuu tu ibsame.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG