Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itoophiyaa Keessatti Robnii Jabaan Sodaa Uumeera


Faayilii - Magaala Dirree Dawaa
Faayilii - Magaala Dirree Dawaa

Roobnii baranaa kan silaa ta’u qabu waan caaleef jecha uummanni Itiyoophiyaa Miliyoona 2 ta’u balaa loolaa bishaanii fi laftii cite garagaluun miidhamuu kan danda’an ta’uun ibsamee jira.

Bulchiinsii naannoolee fi bulchiinsii magaalaalee yaaddoo kana qaban humna qophii gochuuf qaban jabeessuun akka hojjatan taasiifaa jira jedhameera.Qophii kanaafis Qarshii Biliyoona 4 akka barbaachisuu, Komishiniin hoggana hojii balaa kan Feedraalaa beeksisuu isaa Addis Chekkool gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG