Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itoophiyaan kora hujii ijaarsa hidhaa abbaayaa irratti Amerikaa DC-ti Gurrandhalaa 27f qabatan yaayyuu keessaa hafte


Vue générale sur le Nil Bleu
Vue générale sur le Nil Bleu

Kora Masrii,Itoophiyaa fi Suudan tun sadeessoo silaa Gurrandhalaa 27,2020 Amerikaatti qabatan.Akka Ministerii Bisaanii fi Qabeenna jedhetti Itoophiyaan marii bori keessa hin jirtu.

Itoophiyaan haga waan kana warra dubbii tana qooda keessaa qabuun wal mari’atutti marii sadeessoo sun hin dhuftu.

Akka oduu arganneetti namii Itoophiyaan marii hidhaa abbayaa tana keessa Amerikaan keessa seenuu isiitti hin gammane “Amerikaan tana irratti Itoophiyaa muddite,” jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG