Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miseensoonni fi Hogganni Hidhaman Gadhifamanii Jiru: Paartii Mormituu


Loogoo Jaarmayaa tokkummaa guutummaa Itiyoophiyaa
Loogoo Jaarmayaa tokkummaa guutummaa Itiyoophiyaa

Jaarmayaan tokkummaa guutummaa Itiyoophiyaa miseensoonni fi hoggana paartiichaa keessaa 13 kannen sanbata Amajjii 21 bara 2017 Godina Gaammoo Gofaa magaalaa Saawulaa keessatti hidhamanii turan gadhifamuu har’a beeksisee jira. Kunis Komaand postitti xalayaa iyyatataa eega galfatanii booda ta’u prezidaantiin paartichaa Dr Bezabiih Damiaaee beeksisanii jiru.

Gama kaaniin waajiira komunikeeshinii bulchiinsa naannoo uummattoota kibba Itiyoohiyaaf itti gafatamaa kan ta’an Oboo solomom Haaylu jarreen 13 gadhifamuu jechuun balleessaa hojjatan hin qaban jechuu miti jedhan.Dhimmi isaanii qoratamaa kan jiru yoo ta’u wabiin gadhiifaman jedhan.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Miseensoonn fi Hogganni Hidhamn Gadhifamanii Jiru: Paartii Mormituu
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:27 0:00

XS
SM
MD
LG