Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jaarmayaan Oromoo ATWO Karaa Nagaan Qabsaa’uuf Biyyatti Gale


Jaarmayaa Adda Tokkummaa Walabummaa Oromiyaa (ATWO) bakka bu’uun jilli tokko har'a waaree booda Finfinneetti deebi’ee jira.

Jillii miseensota sagal of keessaa qabu kun/ dirree xayyaaraa Booleetti kan simatan/ ministeera Waajjira Dhimmoota Koominikeeshinii Federaalaa obbo Ahimad Shiidee turan.

Adda Tokkummaa Walabummaa Oromiyaa hogganuun gara biyyaa kan dhufan obbo Tamaam Baatii jaarmayaan isaanii mootummaa waliin adeemsa gara fulduraa irratti mari'atee galmaa'uun karaa seeraan kan sosso’uu ta’u socho'u ta'uu obbo Tamaam Baatii ibsan.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG