Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jireenya Libiyaa Keessaa Mannaa Galaanatti Senanii Du’un Salphaa: Baqataa


Waaltaa hidhaa Libiyaa
Waaltaa hidhaa Libiyaa

Libiyaa keessatti mootummaa fi seerri dhabamuun jireenya godaantootaa ykn baqattoota achi jiranii daran hammeessee jira. Jireenyi iddoo sanaa itti hammaannan imaltuu galaana seenuu keessaa harkii caalaan galaanaan nyaatamanii kan carroome qofatu lubbuun hafa.

Hangi tokko immoo namoota seeraan ala nama deddebisaniin reebichaa fi saaminsi irratti gaggeeffamen lubbuun isaanii darba. “ Gamannis Ibidda Gamasis ibidda” jechuun kana.

Baqattoota Tripolii keessatti rakkataa jiran keessaa tokko akka jedhutti “ taa’anii dararamuu irraa galaanatti seenanii du’uu wayya” Garuu jedhe galaana lubbuu ofii keessatti dhaban sana seenuuf iyyuu maallaqa gaafata waan ta’eef teenyee ilaalla jedha.

Magaala Tripolii bakka Abu Saliim jedhamu kan jiru moraa Tokkummaa Mootummotaa keessa lammiwwan Itiyoophiyaa, Somaaliyaa fi Sudaan kanneen 800 ta’antu jira jedhu baqattonni.

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:47 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG