Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kaan afaan galaanaatti yaa’ee walti sirbe, kaan maneen amantii ufiiti galateeffate adduyaan bara 2020 qaanqee oli facaafattee abdiin simatte


RTS2WR5Q
RTS2WR5Q

Addunyaa bara 2020 kana abdii fi gammachuun qaaqee facaafattee itti seente.

Kaan sirbaaf afaan galaanaa jalatti walti yaa’ee walti sirbe,kaan manneen amantii ufiitti walti dhufee waaqa ufii galateeffatte.

Kaan ammoo daraaraa ‘abraasaa’ jedhan guurratee karraa fi manaa fi fulaa akka akkaatti dhaabatee ruufa maratee, horooro fi lichoo guurratee horii qalatee wal yaame.

Addunyaa New Yorkitti namii akkuma amaleeffate Time Square biratti wal gahee bara 2020 waliin gahe.

Rio de Janeiro Biraazilitti ammo nama miliyoona hedduutti haroo afaan galaanaa Copacabana jedhanitti walii dhufee walti sirbe.

Faransaay Paarisitti namii naannoo Champs-Elyse jedhanitti qaanqee facaafate.Biyyitii cuftii garuma jirtutti akkuma almalaa fi aadaa isiitti ganna haaraa simatte.

Barii roobaa fi nagaa jenne.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG