Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kaawunsiliin Baqattoota Noorweey( NRC) fi Yaa'iin Abbootii Amantii Itoophiyaa rakkoon naannoo Tigraayii karaa nagaatiin fala argachuu


Norwegian Refugee Council (NRC) Regional Director for East Africa and Yemen, Nigel Tricks looks on during a press conference on the situation of South Sudan in Nairobi on June 7, 2017.
Norwegian Refugee Council (NRC) Regional Director for East Africa and Yemen, Nigel Tricks looks on during a press conference on the situation of South Sudan in Nairobi on June 7, 2017.

Norwegian Refugee Council (NRC)dhaaba gargaarsa namaati. Ibsa hadha baasaniin rakkoo Itoophoyaa,naannoo Tigraay jirtu nama yaaddessiti jedha.

Walti diinomuun naannoo Tigraay keessa jirU nagaa nama kuma dhibba hedduu yaaddessit akka ibsa kanaatti.

Kaawunsiliin kun akka gamii lamaanuu afaan walti oowwuu dhiisee rakkoollee nagumaan fixatatee waraaan wal irraa dhaabu fedha.

Itoophiyaatti duruu akka gabaasa kanaatti nama miliyoona 1 fi kuma 82 biyya keessa baqate kuma 790 biyyoota ollaatii itti baqatee keessa jira.

Yaahiin abbootii amantii Itoophiyaalleen ibsa hardha baasaniin akka rakkoon naannoo tana keessa jirtu nagana fala argattu gaafate.

Wal dhaba obboleeyyanii karuma nagaatiin faluu wayyaa jedha ibsii kun. Bulchoota naannoleetii fi mootummaa federaalaalleen rakkoo tana nagumaan faluu qaban jedha.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG