Xurree ittiin seenan

Breaking News

Komaandi Poostiin Horroo Guduruu Wallaggaa fi Wallaggaa Bahaa Keessatti Namoota Hidhaa Jira:Jiraattota


Oromia map

"Godina Horroo Guduruu Wallaggaa fi Wallaggaa Bahaati namoonni hidhamuu jiru"
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:58 0:00

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongoroo fi Wallagga Bahaa aanaa Limmuu Galiilaa keessatti namootni Koomaand poostiin hidhamuu dubbatu – jiraattonni.

Bulchaan aanaa Limmuu Galiilaa immoo waa’ee hidhamuu namoota jedhamanii quba hin qabu jedhan.

Itti gaafatamaan Waajjira Komunikeeshinii mootummaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa obbo Lalisaa Baqqalaa dhimmicharratti ibsa kennuuf eega tole jedhanii booda bilbilli isaanii naaf seenuu dide – jedha – gabaasaan keenya Naakoor Malkaa Naqamtee irraa. Guutummaa gabaasaa isaa caqasaa.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG