Xurree ittiin seenan

Breaking News

Komiishinni Mirga Dhala Namaa Kan Itiyoophiyaa Iyyata Isa Dhaqqabe Kan Qoratu ta’u Ibse


Faayilii - Senaayit Ambaaw jiraattun Cinaa Taklahaayimaanot, manni ishii dhukaasaan jalaa barbadaahuu dubbatti, Cinaa Taklahayimaanot, Naannoo Amaaraa, Fulbaana 9, 2021
Faayilii - Senaayit Ambaaw jiraattun Cinaa Taklahaayimaanot, manni ishii dhukaasaan jalaa barbadaahuu dubbatti, Cinaa Taklahayimaanot, Naannoo Amaaraa, Fulbaana 9, 2021

Hidhattonni Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (ABUT) bulchiinsa naannoo Amaaraa fi Afaar keessatti dhiittaa mirga namoomaa jabaa jechuun danda’amuu dhaqqabsisuun isaanii lan ilaaleen iyyati isa dhaqqabuu isaa komishinni mirga dhala namaa kan Itiyoophiyaa beeksisee jira.

Akka dhaabbata gama hundaa irraa walaba ta’e tokkotti hojii qorannaa fi qulqulleefachuu ni gaggeessina jechuun komishinariin Komishinichaa Dr. Daani’eel Baqqalaa Raadiyoo Sagalee Amerikaaf (RSA) ibsanii jiru.

Raayyaan ittisa biyyaa gidduu kana kan to’atee jiru naannoo bulchiinsa naannoo Amaaraa fi Afaar keessatti ABUT siviloota dhibbatti lakka’aman ajjeesuu fi dubartoota humnaan gudeeduu waajirri komunikeshinii kan mootummaa ibsee jira.

Kunis akka duguuggaa sanyiitti kan geessu jedhee dhaabbattonni mirga dhala namaaf falman kan addunyaa garu gam tokko qofaaf iyyatuu jechuu isaanii Iskindiir Freew gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG