Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kora Waldaa Qoranno Oromoo 33ffaa - Finfinneetti


Korri waldaa Qoranno Oromoo 33ffaan Yeroo Jalqabaaf Finffineetti Jimaata har’aa eegalame. Sirna baniinsaa irratti Itti-anaa Preezdantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimalis Abdisaa kan argaman yoo ta’u, oolmaa isaa har’aa irratti qoranaaleen hayyootaan dhihaatanii jiru.

Guyyoota sadi’iif geggeessama, korichi. Gabaasaa guutuu Finfinnee irraa nu dhaqqabe caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:23 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG