Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koreen Araaraa Gujiitti Bobba'e Waraana WBO Simateera


Waraanoo WBO Godina Gujii Abbootti Gadaatti Qawwee Kennuutti Jira
Waraanoo WBO Godina Gujii Abbootti Gadaatti Qawwee Kennuutti Jira

Waraanii WBO Jaarrolee Araaraatti Qawwee Kennuutti Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:20 0:00

Har’a, Gujii Bahaa, magaalaa Shaakkisoo keessatti loltoota Waraana Bilisummaa Oromoo gara digdamaa tahan simachuu isaa koreen araaraa beeksisee jira.

WBO godina Gujii
WBO godina Gujii

Akka dura-taa’aan garee koree araraa gara Gujiitti bobba’ee – Obbo Hayilee Gabree akka jedhanitti, loltoonni har’a simataman kun ka duraa yoo tahan, loltoota ka biroo dhufuu malu jedhanii abdatan simachuufis, guyyaa simannaa silaa har’a xumuramuun irra turetti, koreen araaraa guyyoota sadii dabaluun dheeressee jira.

Gabaasaan keenya Muktaar Jamaal bakka simannaa sanaa, Shaakkisoo irraa ibsa nuuf kenne qaba. Guutummaa isaa caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG