Xurree ittiin seenan

Breaking News

Labsiin Yeroo Muddamaa  Kasaamuu Dhaabileen Siyaasaa fi Hayyoonni Akkamitti Laalu?


FAAYILII - Magaala Finfinnee

Waraansa Kaaba Itiyoophiyaatti mudatee tureen Manni Maree Bakka bu’oota uummataa Itiyoophiyaa baatiii Onkolooleessaa dabree irraa kaasee labsii yeroo muddamaa baatiilee ja’aaf turu labsuun isaa ni yaadatama. Labsiin kunis biyyattii balaa irraa ittisuuf labsamuu isaa tu himame.

Manni marichaa yaa’ii ariifachiisaa Guraandhala 8, bara 2014 taa’een labsiin yeroo muddamaa kun akka ka’u yaada murtii dhihaate raggaasiseera. Dhimma kaafamuu labsii yeroo muddamaa kanarratti gabaasaan keenya Mitikkuu Fiqaaduu dhaabbilee siyaasaa fi hayyoota dubbisee jira.

Hordofaa

Labsiin Yeroo Muddamaa  Kasaamuu Dhaabileen Siyaasaa fi Hayyoonni Akkamitti Laalu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:05 0:00

Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG