Xurree ittiin seenan

Breaking News

Iccitiin Milkaa'ina Isaanii Maalii?


Dr. Naa-gaarii Birraatuu fi Dr. Nagaasaa Birraatuu 

Yunivarsitiin Jimmaa Sambata darbe Fulbaana 18 bara 2021 barattoota eebbisee jira. Kanneen keessaa lama obboloota lakkuu ta'an kanneen Dooktoora ogeessa eegumasa fayyaa ta'uun eebbifamantu jira.

Dr. Naagaarii Birraatuu fi Dr. Nagaasaa Birraatuu jedhamu .Umriin isaanii 25 yoo ta'u, obboleettii angafa tokko akkasumas obboleessa quxusuu tokko qabu. Maatiin isaanii walii galaan ijoollee 4 qabu.

Yeroo ijoollummaa isaanii gama barnootaan hordoffii maatiin isaanii taasisaa turan akkasumas ofii isaanis barnootatti fulleeffachuu keenyatu milkaa'iina kanaan nu ga'e jedhu.

Ijoolleen barnoota sadarkaa duraa fi lammataatti qabxii olaanaa galmeesisaa turan, barnoota Yunivarsitii fi Koolleejootaaf maatii dhisanii fagaatanii ennaa deeman yaadii isaanii waan biraatti akka hin qabamneef of-eegannoon barbaachiisaa dha jedhu.

Gaaffi fi Deebii Gaggeefamee Caqasaa.

Iccitiin Milkaa'ina Isaanii Maalii?
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:49 0:00


Yaadawwan Ilaali (3)

XS
SM
MD
LG