Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiwwan Sudaan Kibbaa Biyyoota Ollaatti Dheessaa Jiru.


Kanneen kuma kudha shan ta’an lammiwwan sudaan Kibbaa karaa bulchiinsa naannoo Gaambeellaa Itiyoophiyaa seenuu isaanii Jaarmayaan waa’ee godaantootaa kan sadarkaa addunyaa ykn IOM beeksisee jira.

Irra hedduun isaanii imaltuu guyyaa hedduu keessa waan turaniif beelaa fi dheebuun hubamuun isaanii ibsamee jira.

Yeroo ammaatti mooraa baqatootaa nannoo sanatti dhiyeenya qaban keessa qubsiifamuu isaanii jaarmayaan kun gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG