Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lola Tigraay keessaatiin nama kuma kurnya hedduutti baqate ijoolleen miliyoona 2.3 tahan gargaarsa barbaadan:UNICEF


Ethiopian men who fled war in Tigray region,

Akka dhaabii gargaarsa ijoollee Tokkummaa Mootummootaa,UNICEF ibsa dhiyoo baaseen jedhettti namii lola kuma kurnya hedduutti lola Tigraayii baqatee Suudanitti galuutti jira.

Nama kuma 30 caalu Suudanitti baqte keessaa akka UNICEF jedhetti kumii 12 ijoollee jireenna jajjabaa keessa jiran.Hagii tokko maatiin gargar bahanii kaambi baqaa jiran.

Lolii kun ammallee akka gabaasa UNICEF baasetti nama kuma 200 baqachiisuu dandaha.Tigraayitti duruu nama baqataa hedduutti itti baqatee keessa jira.UNICEF akka lolii kun qabbanaahee namii gargaarsa argatu fedha.

Yaadawwan Ilaali (5)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG